Ethiopian Truth Media

The Enemy Of Truth Is Blind Acceptance.

የቴሌኮሙዩኒኬሽን ዘርፉን ወደግል ለማዛወር ኢትዮጲያ ከግሎባል ፓርትነርሺፕ ጋር ተፈራረመች!

በ 2010 ዓም ሀገር የማስተዳደር ኃላፊነትን ስረከብ የቴሌኮሙዩኒኬሽን ዘርፉን ወደግል ለማዛወር እና ለሀገር ውስጥም ሆነ ለውጭ ባለ ሀብቶች ለመክፈት ያለኝን ቁርጠኝነት ገልጬ ነበር:: ይህም በኢትዮጵያ ውስጥ ትልቅ የፖሊሲ ለውጥ ያስተዋወቀ ነበር:: ዛሬ ከግሎባል ፓርትነርሺፕ ለኢትዮጵያ ጋር ሁሉን አቀፍ ብልጽግናን ለማጽናት የሚያስችለንን ታሪካዊ ስምምነት ተፈራርመናል ፡፡

Bara 2010 wayitan ittigaafatamummaa biyya bulchuu fudhadhe damee telekoominikeeshinii gara dhuunfaatti dabarsuufi abbootii qabeenyaa biyya keessaafis ta’e biyya alaaf banuuf kutannoo qabaachuukoo beeksiseen ture. Kunis Itoophiyaa keessaatti jijjiirama imaammataa guddaa kan beeksisedha.

Har’a ‘Global Partnership for Ethiopia’ waliin waliigaltee seena qabeessa badhaadhina hunda haammatu cimsuuf dandeessisu mallatteessineerra.

In 2018, my administration announced our commitment to liberalize the telecommunication sector and open it up to both domestic and foreign investment – a major policy shift in Ethiopia!Today, we signed a historic agreement with the Global Partnership for Ethiopia, which will position us to catalyze inclusive prosperity.

About Post Author

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *